ABDII SABAA Telegram channel photo

ABDII SABAA

@abdii_sabaaPublic Channel

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa

38.7k

Last views

600.2k (600,233 subscribers)
Üyeler
—
Rating
71
Total Posts
Oct 13, 2026, 4:11 AM
Güncellendi
Mar 29, 2026
Created
Stats

Türkçe içerik görüyorsunuz. Diğer dillerdeki içeriği görmek için site dilini değiştirin.

Channel Information

Channel Information
Channel NameABDII SABAA
Username@abdii_sabaa
CategoryDesi İçerikleri
LanguageTürkçe
CountryTürkiye
Üyeler600,233
Channel TypePublic Channel
Created29 Mar 2026
Last Updated13 Eki 2026 • 9 gün önce
StatusActive

Sıralama

Küresel Sıralama
#71731+3227
Dil Sıralaması
#753+9
Kategori Sıralaması
#3168+280

Üye Büyümesi

Toplam: 600.2K30 Days growth: +4.7K0.8%
09/1309/1809/2309/2810/0310/0810/12
Üye Büyümesi - 30 Days
DateSubscribers
13:09:2026595,526
14:09:2026595,526
15:09:2026596,160
16:09:2026596,160
17:09:2026596,160
18:09:2026596,160
19:09:2026596,160
20:09:2026596,160
21:09:2026596,160
22:09:2026596,160
23:09:2026596,160
24:09:2026596,160
25:09:2026598,381
26:09:2026598,381
27:09:2026598,381
28:09:2026598,381
29:09:2026598,381
30:09:2026598,381
01:10:2026598,381
02:10:2026598,381
03:10:2026598,381
04:10:2026598,381
05:10:2026598,381
06:10:2026598,381
07:10:2026598,381
08:10:2026598,381
09:10:2026598,381
10:10:2026598,381
11:10:2026598,381
12:10:2026600,233
Üye Büyümesi - Weekly
DateSubscribers
Week of 30:03:2026561,876
Week of 06:04:2026561,132
Week of 13:04:2026559,937
Week of 20:04:2026558,022
Week of 27:04:2026558,022
Week of 04:05:2026558,022
Week of 11:05:2026553,733
Week of 18:05:2026553,733
Week of 25:05:2026548,536
Week of 01:06:2026547,346
Week of 08:06:2026545,922
Week of 15:06:2026545,922
Week of 22:06:2026547,926
Week of 29:06:2026547,926
Week of 06:07:2026547,926
Week of 13:07:2026550,940
Week of 20:07:2026565,844
Week of 27:07:2026572,022
Week of 03:08:2026572,022
Week of 10:08:2026572,022
Week of 17:08:2026577,177
Week of 24:08:2026594,449
Week of 31:08:2026595,526
Week of 07:09:2026595,526
Week of 14:09:2026596,160
Week of 21:09:2026598,381
Week of 28:09:2026598,381
Week of 05:10:2026598,381
Week of 12:10:2026600,233
Üye Büyümesi - Monthly
DateSubscribers
March 2026562,318
April 2026558,022
May 2026548,536
June 2026547,926
July 2026565,844
August 2026594,449
September 2026598,381
October 2026600,233
Üye Büyümesi - Yearly
DateSubscribers
2026600,233

Son Yazılar

ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

17 Eki 2026 16:58

Photo
Obbo Lammaan Dhuguma Du’anii: Oduun "Obbo Lammaan Boqotaniiru" Jedhuun Miidiyaa Hawaasaa Irratti Faca'e Soba Ta'uun Mirkanaa'e

Magaalaa Finfinneetti waggoota dheeraaf obsaa fi kutannoo addaatiin jaalallee isaanii eeguudhaan kan beekaman Obbo Lammaan "lubbuun isaanii darbeera" jedhamuun har'a miidiyaalee hawaasaa irratti oduun bal'inaan faca'aa ture guutummaatti soba ta'uun ibsame. Obbo Lammaan yeroo ammaa kana fayyaa guutuu fi nageenya gaarii irra kan jiran yoo ta'u, oduun du'a isaanii ilaalchisee tamsaafame hundee kan hin qabnee fi odeeffannoo dogoggoraa ta'uun mirkanaa'eera.

Namoonni dhugaa jiru qulqulleessuu dhiisuun xiyyeeffannoo dhuunfaa argachuuf jecha oduu sobaa akkanaa qindeessanii tamsaasan hawaasa keessatti sodaa fi burjaajii uumaa waan jiraniif, gochi akkanaa fudhatama kan hin qabne ta'uun eerameera. Kanaafuu, ogeeyyiin miidiyaa fi lammiileen odeeffannoo kamiyyuu qooduun dura madda amanamaa irraa mirkaneeffachuu akka qaban hubachiifameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA @ABDII_SABAA
38,70000616
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

17 Eki 2026 14:28

Video
Itoophiyaa fi Eertiraan Mooskootti Marii Araaraa Gaggeessuuf Jedhame; Raashiyaan Waltajjii Mijeessuuf Qophii Ta'uu Beeksiste Mootummaan Raashiyaa muddamaa fi walitti bu'iinsa biyyoota ollaa lamaan, Itoophiyaa fi Eertiraa gidduutti uumameef furmaata waloo…
41,50000252
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

17 Eki 2026 11:43

Photo
ODUU AMMEE: Naannoo Tigraayitti Bulchiinsi Imaanaa Mootummaa Federaalaa Hundeeffamuun Hooggantoonni Haaraan Muudaman Murtee Manni Maree Federeeshinii dabarse bu'uura godhachuun, Mootummaan Federaalaa ji'oota ja'an (6) itti aananiif naannoo Tigraay kan bulchu…
43,90000381
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

16 Eki 2026 20:21

Video
Iiloon Maask Konkolaataa Elektirikii Qilleensa Irra Balali'uu Danda'u Ifa Taasisan

Hoji-raawwachiisaan Olaanaa dhaabbata Teeslaa (Tesla) Iiloon Maask, giddugala yaalii 'SpaceX' kan kutaa Teeksaasitti argamu keessatti konkolaataa elektirikii haaraa "qilleensa irra balali'uu danda'a" jedhan ifoomsaniiru. Konkolaataan ispoortii namoota lama fe'uu fi 'Teeslaa Roodistar' jedhamee moggaafame kun, tumsa dhaabbata konkolaataa elektirikii Teeslaa fi teeknooloojii rokkeettii 'SpaceX'tiin kan hojjetame yoo ta'u, humna furguggisaa gosa rokkeettiitiin kan deeggaramu ta'uu Iiloon Maask ibsaniiru. Konkolaataan dinqisiisaan kun sekondii tokko gadi (sekondii 0.8) keessatti saffisa isaa sa'aatiitti kiiloo meetira 0 irraa gara 97'tti guddisuu kan danda'udha.

Konkolaataan kun teeknooloojii dhiibbaa qilleensaa olaanaa fi qilleensa cuunfamee ba'u fayyadamuudhaan qaama isaa gara gadiitti garagalchuun imaluu, iddoo olka'aa irraa utaalee qilleensa irra turuu, lafa irraa ol ka'ee qilleensa irratti rarra'uu (bololi'uu), akkasumas qilleensa irratti naanna'uu, garagaluu fi kallattii isaa jijjiiruu dandeettii dandeessisu qaba jedhameera. Yeroo yaaliin kun gaggeeffametti sodaa balaa uumamuu danda'u hir'isuu fi nageenya namootaa eeguuf jecha, yaaliin kun guutummaatti konkolaachisaa malee kan raawwatame ta'uun beekameera. Konkolaataan kun bara 2028 (A.L.A)tti gara oomishaatti akka galu Iiloon Maask kan eeran yoo ta'u, ogeeyyiin damee kanaa garuu teeknooloojii rokkeettii fi konkolaataa walitti makuun fageenya dheeraaf qilleensa irra balaliisisuun qabatamaan qormaata teeknikaa cimaa akka qabaatu akeekaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA @ABDII_SABAA
53,90000440
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

16 Eki 2026 14:09

Photo
Ameerikaan Itoophiyaa Deeggartee? Muummeen Ministiraa FDRI Dr. Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoo waliin dhimmoota gam-lamee, naannawaa fi idil-addunyaa xiyyeeffannoo waloo barbaadan irratti marii bilbilaa bu'a-qabeessa taasisuu…
55,20000373
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

15 Eki 2026 15:47

Photo
Muudamni Miseensota Kaabinee Haaraa Sagalee Guutuun Ragga'e Muummeen Ministiraa FDRI Dr. Abiy Ahimad tarree kaadhimamtoota miseensota kaabinee (Ministirootaa) haaraa har'a Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatiif dhiyeessan, mana marichaan sagalee guutuudhaan…
62,50000836
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

15 Eki 2026 00:00

Photo
Haleellaa Diroonii Cimaa. Humnoonni waraanaa Eertiraa daangaa Itoophiyaa cabsuun seenanii, hidhattoota TPLF waliin qindoomuun Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humna Nageenyaa Tigraay waraanuuf yeroo hanga magaalaa Idagaa Hamusitti dhufanii turanitti, haleellaan diroonii…
63,70000739
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

14 Eki 2026 18:55

Video
Tasgabbii Waraanaa Naannoo Tigraay Hordofuun Yuunivarsiitiiwwan Maqalee fi Aksuum Hojiitti Deebi'uun Barattootaaf Waamicha Taasisan Muddamaa fi lola naannoo Tigraay keessa tureen addaan citee kan ture adeemsi baruu fi barsiisuu, erga Raayyaan Ittisa Biyyaa…
59,40000685
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

14 Eki 2026 18:54

Photo
Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa!

Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa keessan qofaan akkamitti akka 'edit' gootan barachuu ni barbaadduu?

Carraa gaarii dhiyaate kana fayyadamaa! Dandeettii kana horachuuf ulaagaan barbaadamu bilbila harkaa (Smartphone) qabaachuu qofa yoo ta'u, kaffaltii baay'ee xiqqaa ta'e, qarshii 199 qofaan barnoota kana guutummaatti argachuu ni dandeessu. Ogummaa yeroon kun barbaadu kana horachuuf carraa kanaan fayyadamaa!

🚀 AKKAATAA GALMEE:

Barnoota kana amma eegaluuf liinkii asii gadii kana tuqaa:
👇👇👇
https://fulbek.com/learn/video-editing-f9b9b1ef

ykn

Kallattiin karaa Telegram 👉 @Jonamiyet koodii barnoota (VER) nuuf ergaa.

barnooti kun @Abdii_Sabaa_University tiin isniif qophaa'e.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA @ABDII_SABAA
51,7000060
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

11 Eyl 2026 08:45

ODUU GADDAA: Qabsooftuu fi Weellistuu Gameettiin Oromoo Ilfinesh Qannoo Boqochuun Gabaafame Weellistuu, qabsooftuu fi haadha goototaa kan taate Aadde Ilfinesh Qannoo ganama har'aa lubbuun darbuun isaanii gabaafameera. Ilfinesh Qannoo aartii fi muuziqaa…
53,90000470
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

11 Eyl 2026 08:45

Photo
Hanqaaquun Gatii Qarshii 16'n Gabaaf Dhiyaate

Koomishiniin Qonnaan Bulaa fi Misooma Qonna Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, ayyaana Bara Haaraa dhufaa jiru sababeeffachuun, hanqaaquu miiliyoona 18 ta'u gabaa magaalattiif dhiyeessuu isaa ifoomseera. Akka ibsa koomishinichaa fi maddeen keenya himanitti, kutaalee magaalaa Finfinnee hunda keessatti hawaasni hanqaaquu tokko gatii qarshii 16 qofaan gabaa irraa bitachuu akka danda'u haalli mijaayee jira.

Hanqaaquun cinaattis, waldaalee fayyadamtootaa magaalattii keessatti argamaniin bu'aaleen aannanii fi meeshaaleen nyaataa adda addaas gatii madaalawaa ta'een dhiyaachaa jiru.

Haaluma kanaan, oomishaaleen akka dhadhaa kiiloo giraamiin tokko qarshii 900, aannan liitirri tokko qarshii 100, akkasumas aayibiin ykn baaduun kiiloo giraamiin tokko qarshii 500'n gurguramaa akka jiru ibsameera. Kunis qaala'iinsa jireenyaa yeroo ayyaanaa uumamu tasgabbeessuu keessatti gahee guddaa ni taphata jedhamee abdatama.

Dhiyeessiin oomishaalee kanaa kutaalee magaalaa kudha tokkan keessatti suuqiiwwan ykn wiirtuuwwan gabaa 170 ta'an irratti hawaasaaf kan dhiyaatu ta'uun eerameera. Jiraattonni fi fayyadamtoonni magaalattii iddoowwan gabaa kanneenitti argamuun oomishaalee qulqullina qaban gatii madaalawaa kanaan bitachuu akka danda'an yaadachiifameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA
65,80000574
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

11 Eyl 2026 08:45

Photo
Haati Lakkuu Ta'uun Dhalatte Tokko Yeroo Jalqabaatiif Daa'imman Shan Yeroo Tokkoon Nagaan Deesse

Naannoo Tigraay Godina Giddu-galeessaa, Aanaa Abarqalee ganda Simirat keessatti haati ofii isheetii lakkuu ta'uun dhalatte tokko daa'imman shan yeroo tokkoon nagaan da’uu ishee ogeeyyiin fayyaa ifoomsan. Haati kun Hoospitaala Jalqabaa Yachilaa keessatti daa'imman kana kan deesse yoo ta'u, isheenis lakkuu ta'uun akka dhalatte ragaan seenaa yaalaa ishee ni agarsiisa.

Ogeeyyiin hoospitaalichaa akka eeranitti, daa'imman shanan dhalatan keessaa afran isaanii sadarkaa guddina umrii garaa keessaa guutuu kan xumuratan yoo ta'u, daa'imni shanaffaan garuu ji'a shanaffaa booda guddinni isaa waan mudameef sadarkaa guddinaa osoo hin xumurin dhalachuu isaa himaniiru. Ogeeyyiin kunniin akka mirkaneessanitti, yeroo ammaa kana haati fi daa'imman shananis haala fayyaa gaarii irra kan jiran yoo ta'u, hordoffiin fayyaa barbaachisaa ta'es dhaabbaticha keessatti taasifamaafi jira.

Maddeen keenya ogeeyyoota fayyaa wabeeffachuun akka gabaasanitti, haati kun yeroo jalqabaatiif kan deesse yoo ta'u, daa'imman shanan kana haala gahaa ta'een kunuunsee guddifachuuf haalli jireenyaa fi galiin ishee madaalamaa waan hin taaneef deeggarsa namoomaa hatattamaa barbaaddi. Hawaasni bal'aanii fi qaamoleen tola ooltotaa adda addaa haadha kanaa fi daa'imman dhalatan kana gargaaruun gahee namoomaa isaanii akka bahanis waamichi dhiyaateera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA
61,40000492
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

11 Eyl 2026 08:45

Photo
🚀 FULBEK — Turn What You Know Into Income

🛍 Buy and sell products
🎓 Learn courses or sell your own course
💻 Sell digital products
🛠 Offer your skills and services
📣 Reach more customers and grow your business

Fulbek is where:
👉 Your knowledge becomes income
👉 Your skills find customers
👉 Your products reach more people
👉 Your business gets room to grow 🔥

Start today.

Whatever you know, create, sell, or offer, turn it into opportunity on Fulbek. 💚

🌐 http://Fulbek.com/

FULBEK — Everything you sell. One Fulbek. 🚀

Follow us on Telegram https://t.me/Fulbek
75,70000215
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

11 Eyl 2026 08:45

Photo
ODUU GADDAA: Qabsooftuu fi Weellistuu Gameettiin Oromoo Ilfinesh Qannoo Boqochuun Gabaafame

Weellistuu, qabsooftuu fi haadha goototaa kan taate Aadde Ilfinesh Qannoo ganama har'aa lubbuun darbuun isaanii gabaafameera.

Ilfinesh Qannoo aartii fi muuziqaa Oromoo guddisuu qofa osoo hin taane, sirboota ishee warraaqsaatiin sagalee sabaa ta'uun yeroo dheeraaf falmaa kan turan yoo ta'u, du'a isaaniitiin hawaasni Oromoo, dinqisiifattoonni ishee fi jaallattoonni aartii gadda cimaa keessa jiru.

Seenaan jireenyaa fi qabsoo Ilfinesh Qannoo aarsaa fi gidiraa guddaan kan guutamedha. Akka seenaan ibsuttiii fi ragaaleen agarsiisanitti, yeroo sirnoota mootummaa darban keessa sababa sagalee uummataa ta'uu isheef qofa dararaa suukkanneessaan maneen hidhaa keessatti irra ga'aa tureera. Keessattuu, qaruuraa caccabaan rifeensi mataa ishee haadamaa fi reebichi hamaa irra ga'aa akka ture yaadatamuu irra darbee seenaa qabsoo Oromoo keessatti akka fakkeenya obsaa fi kutannooti ka'a. Haa ta'u malee, miidhaan suukkanneessaan kun hundi onnee qabsoo ishee osoo hin cabsin, jireenya ishee guutuu saba isheef dhaabachuun dhaloota dammaqsaa har'a geesseetti.

Boqochuun weellistuu gameettii kanaa aartii fi seenaa hawaasichaatiif hir'ina guddaa kan uumu ta'us, hojiileen aartii ishee fi aarsaan isheen saba isheef oolte yoomiyyuu dhalootaan yaadatamaa akka jiraata.

Yeroo ammaa kanas, fuula miidiyaalee hawaasaa garaa garaa irratti namoonni, aartistootni fi uummanni bal'aan seenaa gootummaa ishee faarsaa, "haadha goototaa, lubbuun kee haa boqottu" jechuun gadda itti dhaga'ame ibsachaa jiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA
88,500001,947
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

11 Eyl 2026 08:45

Abidda Markaatootti mudateen walqabatee bakkichatti namooti argamtan nu qunnamaa 👉
81,30000194
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

11 Eyl 2026 08:45

Photo
Dorgommiin Xumuraa 'Miss World 2026' Har'a Kan Gaggeeffamu Yoo Ta'u, Ruut Yirgaalam Itoophiyaa Bakka Bu'uun Waltajjiitti Baati Dorgommiin bareedinaa addunyaa 'Miss World 2026' si'a 75ffaaf qophaa'e har'a magaalaa Nha Trang, biyya Veetnaam keessatti xumura…
84,10000810
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

27 Ağu 2026 09:35

Photo
Bu’aa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Ilaalchisee Odeeffannoo Maddeen Keenya Irraa Arganne! Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) sadarkaa Ministeera Barnootaatiin ibsi kennamus, barattoonni qabxii dhuunfaa isaanii akka ilaallataniif…
133,000001,790
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

27 Ağu 2026 09:35

Photo
Kabajamtoota hordoftoota keenya, fuulli Feesbuukii sirrii fi ofiishaalaa
Miidiyaa Abdii Sabaa inni sirriin https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb qofa ta'uu isin beeksisna.

Fuulonni biroo maqaa miidiyaa keenyaatiin banamanii miidiyaa hawaasaa irratti socho'aa jiran hundi sobaa fi kanneen nuti hin beekne ta'uu isiniif mirkaneessina.

Kanaafuu, odeeffannoo sobaa fi burjaajessaa irraa of eeguuf, fuulota sobaa maqaa keenya fayyadaman kana irraa guutummaatti akka of eeggattan cimsinee isin hubachiisna. Dabalataanis, fuulota sobaa kana 'Report' gochuudhaan akka cufaman akka taasistan aantummaa fi kabajaan isin gaafanna.

Fuula sirrii fi dhugaa keenya tokkicha kana ( http://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb) qofa hordofuun odeeffannoo amansiisaa, yeroo isaa eeggatee fi qulqulluu ta'e argadhaa!

https://omg10.com/4/9489700

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

MIIDIYAA
113,000001,934
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

27 Ağu 2026 09:35

Photo
Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan! Bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ifoomeen, barattoonni manneen barnootaa bultii addaa Oromiyaa keessaa qoraman qabxii ajaa'ibsiisaa…
122,000001,797
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

27 Ağu 2026 09:35

Photo
BARATTOOTAA FI MAATII BARATTOOTAAF! Bu’aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ilaalchisee odeeffannoowwan jiran odeessaalee miidyaa @Abdii_Sabaa ministeera barnootaa irraa itti dhiheenyaan hordofaa jirra. Akkuma beekamu, ibsi waliigalaa…
107,000001,436
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

27 Ağu 2026 09:35

Photo
Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e! Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa…
152,000003,544
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

27 Ağu 2026 09:35

Photo
Qabxii Olaanaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Kanaa Ifoome! Ibsa qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa har'a kennameen, qabxiin olaanaan bara kana galmaa'e ifoomeera. Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barattoota…
143,000001,996
ABDII SABAA logo
ABDII SABAA

27 Ağu 2026 09:35

Photo
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa har'a kennaniin, qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa ilaalchisee ragaa ifoomsaniiru. Akka gabaasa ifoome kanaatti, bara kana barattoonni kuma 563 fi 960 (563,960) qormaaticha fudhachuuf…
122,000001,002

Showing 30 of 71 posts

Derecelendirme

Giriş yapılması gerekli

Frequently Asked Questions

ABDII SABAA Telegram kanalı ne hakkında?+

ABDII SABAA (@abdii_sabaa), tgdio üzerinde Desi İçerikleri kategorisinde listelenen bir Telegram kanalıdır. Abone olmadan önce sıralama, puan, yorum ve gönderilere bakın. Şu an tgdio üzerinde yaklaşık 600.233 abonesi var.

ABDII SABAA (@abdii_sabaa) kanalına nasıl katılırım?+

tgdio üzerindeki kanal profilini açın, Join / Open in Telegram ile @abdii_sabaa abonesi olun.

ABDII SABAA iyi bir Desi İçerikleri kanalı mı?+

tgdio üzerinde katılmadan önce ABDII SABAA puanını, yorumlarını ve sıralamasını kontrol edin. Şu an tgdio üzerinde yaklaşık 600.233 abonesi var. Benzer Desi İçerikleri kanallarla karşılaştırın.

ABDII SABAA istatistiklerini nerede görürüm?+

tgdio üzerinde @abdii_sabaa sayfasını açın: abone istatistikleri, sıralama, puan ve gönderiler.